📅 Faayidaa Beekumsa Ji’oota Islaamaa (Hejira)
👉Beekuun ji’oota Arabaa/Hijraa beekuun hedduu barbaachisaadha
sababni isaas:
✅Yeroo Ibaadaa Rabbii ittiin beekuuf
✅Yeroo keessa loluun haraama ta'uuf hin taane adda baasnee beekuuf
✅Yeroo Zakaata, soomaa fi Hajjitti qophaa’uuf
✅Waliigaltee fi waadaa beekanii kabajuuf
🕌 Tartibaa Ji’oota Hejira
1️⃣ Muharram
2️⃣ Safar
3️⃣ Rabi’ul Awwal
4️⃣ Rabi’ul Akhir
5️⃣ Jumada Al-Ula
6️⃣ Jumada Al-Akhira
7️⃣ Rajab
8️⃣ Sha’baan
9️⃣ Ramadaan
🔟 Shawwaal
1️⃣1️⃣ Zul-Qa’daa
1️⃣2️⃣ Zul-Hijjah
✨ Maaliif Ji’oota Arabaa/Hijraa beekuun barbaachisa ta'e?
Sababni isaas
✅Qajeelfama Rabbii irraa kenname dha.
✅Salaata keenya ittiin beekuuf.
✅Kabajuun isaa mallattoo amantiti
{Namni mallattoowwan Rabbii kabaje Rabbiin duniyaa fi Aakhiraa llee Isa kabaja}
Kanaaf ji'oota kana beekn
🌿 Ergaa ji'oota kabajama kana keessa:
✅Qur’aana dubbisuu fi hubachuu
✅ Du'aa'ii fi salaata jabeessu
✅Walitti dhufeenya nagaa fi tola ooltummaa cimsuu
✅Kennaa fi sadaqaa kennuu
0 Comments